Bishaan dhugaatii QULQULLUU Hawaasaaf dhiyeessuu

Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa

Biiroon Bishaan fi Inarjii Oromiyaa Qaamolee Hoji-Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Biyyoolessaa Oromiyaa keessaa isa tokko yommuu tahu Dirqamaa fi itti gaafatamummaa Hojii Ummattaa misoomsuu, bulchuu, to'achuu, bulchuu fi kkf hojiirra oolchuu qaba
- ERGAMA:
  • Ergamni Biiroo Bishaanii fi Inarjii ijoon dhiheessa bishaan dhugaatii qulqulluu, bulchiinsa iskiimota bishaan dhugaatiif dhangala’aa fi misooma inarjii babal’isuudha.
  • Ergama kana galmaan ga’uudhaaf ijaarsa pirojeektoota bishaan dhugaatii fi inarjii saffisiisuun hawaasa keenya fayyadamaa gochuun murteessaadha.
  • Keessattuu pirojektoota baroota dheeraaf ijaarsi isaanii lafarra harkifachuun umata keenya mufachiise adda baasuun xiyyeeffannaan addaa kennameefii xumursiisuun barbaachisaadha.
  • Haaluma Kanaan hojiiwwan keenya of dagannaa malee hojjachuudhaan karoora qabanne akka milkeessinuuf dhimmoota sadii irratti hundaa’uun (Inisheetiivota, pirojeektotaa fi hojiiwwan gurguddoo) cheeklistiin kurmaana 3ffaa akka armaan gadiitti qoppaa’eera.
Awesome Image

Piroojektiiwwan Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa

  • Dhiyeessii Bishaan Dhugaatii
  • Dhiyeessii Anniisaa fi Inarjii
  • Pirojektoota Hawaasaa
  • Pirojektoota Kaappitaalaa
  • Pirojektoota Karooraa
  • Dhiyeessii Miti-Mootummaa
  • Sadarkaa Naannootti
  • Sadarkaa Godinaatti
  • Sadarkaa Aanaatti

Hawaasa Keenyaaf Bishaan QULQULLUU dhiyeessuudhaan Muuxannoo Waggoota 35 olii

Tajaajiloota keenyarratti Deeggarsa, Gaaffilee fi Komii yoo qabaattan:
+251 1155 17756

Maxxansaalee Haaraa

Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaaleef kenname

Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaaleef kenname

Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaalee gara garaatif Hooggantuun Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Eng. Miliyoon Baqqalaa kennan…

Guutummaasaa>>
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame

Guyyaa Har’aa Jilli itti gaafatamaa Siyaasaa paartii badhaadhinaa damee Oromiyaa kabjamoo Dr. Biqilaa Hurrisaa fi Hoggantuu Biiroo Bishaani fi Inarjii…

Guutummaasaa>>
Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektootni Bishaan Dhugaatii gara garaa Eebbifaman

Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektootni Bishaan Dhugaatii gara garaa Eebbifaman

Godina Qeellam Wallaggaatti jilli sadarkaa I/A Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qindeessaa Kilaastara Haqaa fi Nageenyaa Koomishinar Janaraal Kafiyaalew Tafarraa…

Guutummaasaa>>
Awesome Image

Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa

Garee Kominikeeshiinii Biiroo keenyaa argachuudhaaf

  • +251 1155 17756
  • info@oromiawaterandenergy.org

Sa'aatii Hojii

Wix-Jim : 2.30 hanga 11.30
Sam : 2.30 hanga 6.00
Dil : Boqonnaa

Drop us messge