Onkololeessa 19 bara 2015, BBIO: Hojiiwwan kunuunsaa fi Qabeenya bishaanii hammayyeessuu fi rakkoo dhiyeessa bishaan dhugaatii hiikuuf Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa yeroo kamiyyuu caalaatti qindoomina qaamolee mootummaa, qooda fudhattootaa fi dhaabbilee deeggarsa Idil-Addunyaa gara garaa wajjiin qindoominaan hojjachaa jiraachuun isaa gabaafamee jira. Haaluma kanaan hojiiwwan bulchiinsa qabeenya bishaanii hammayyeessuu, muuxannoo hojii waljijjiiruu fi itti…