• +251 1155 17756
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Stay Connected :
borvel
borvel

Authors Page

  • Home
  • Archive for BBIO OWEB
  • 16
    Jul
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Oromiyaatti bara kana Pirojektoonni Bishaan dhugaatii 9,654 Qar. Bil. 11 oliin hojjetaman xumuraman.

—- #BBIO-(Adoolessa 9/2016 “Finfinnee) _Biiroon Bishaanifi Inarjii Oromiyaa bara bajataa 2016 keessatti Pirojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu 9,654 qar. Bil. 11 oliin hojjetamaa ture xumursiisuun tajaajilaaf banaa taasisuu ibseera. Biirichi raawwii hojii bara kanaa ilaalchisuun har’a miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Hooggantuun Biiroo Bishaanifi Inarjii Oromiyaa Injinar Miiliyoon Baqqalaa Karoora Xiiqii bara bajataa 2016 keessa

Read more
  • 14
    Jul
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Inarjii qilleensa faalurraa gara Tekinoloojii Inarjii Haarofamaatti!

Oromiyaatti bara kana Inarjii haaromfamaarra ummanni miliyoona Lamaaafi kuma 700 ol fayyadamaa ta’e. #BBIO-(Adoolessa 7/2016, Finfinnee)- Biiroon Boishaaniifi Inarjii Oromiyaa bara bajataa xumurame kana keessa Inarjii haarofamaa babal’isuurratti hojii hojjechaa tureen ummanni miliyoona lamaafi kuma 740 ol fayyadamaa ta’e. Biirichi mul’ata Bara 2022tti bishaan dhugaatii qulqulluu gahaafi itti fufiinsa qabuu akkasumas, misooma inarjii  haaromfamaa babal’isuun 

Read more

Categories

መለያዎች

OWEB (1)

Archives

  • Filamingo, Africa Ave,
    Addis Ababa, Ethiopia
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Call us :
    +251 1155 17756

Newsletter

Get our offers & News in your inbox
Copyright © 2023, Oromia Water and Energy Bureau. All rights reserved.
Designed by: OICT Solutions