—- #BBIO-(Adoolessa 9/2016 “Finfinnee) _Biiroon Bishaanifi Inarjii Oromiyaa bara bajataa 2016 keessatti Pirojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu 9,654 qar. Bil. 11 oliin hojjetamaa ture xumursiisuun tajaajilaaf banaa taasisuu ibseera. Biirichi raawwii hojii bara kanaa ilaalchisuun har’a miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Hooggantuun Biiroo Bishaanifi Inarjii Oromiyaa Injinar Miiliyoon Baqqalaa Karoora Xiiqii bara bajataa 2016 keessa
