Haala Waliigala Biirichaa

Biiroon kun bara 1985ALI maqaa biiroo Qabeenya Uumamaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaatiin hundeeffame dhaabbata jalqabaa ijaaramee Dhiyeessii Bishaanii fi Bulchiinsa Qabeenya isaa akka yuunitii tokkootti ilaalame ture. Erga caaseffama mootummaa haaraan booda caasaa jalqaba bara 1988ALI biiroo qabeenya Bishaanii, Albuudaa fi Inarjii Oromiyaa jedhamee moggaafamee booda mootummaa naannoo Oromiyaa jalatti bara 1994ALI irraa eegalee maqaa kanaan hojjachuu . Maqaa kanaan hojjechuu fi gurmaa'insa haaraa dhuma Adoolessa 1,1994 ALI in gara damee lamatti akka Ejensii albuudaa fi Inarjii Oromiyaa fi biiroo qabeenya bishaanii Oromiyaa erga bara 2002ALI.
PDF Buufadhu

Biiroon Bishaan fi Inarjii Oromiyaa Qaamolee Hoji-Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Biyyoolessaa Oromiyaa keessaa isa tokko.Biirichi hojimaata loojikii fi tarsiimoo ta’een ummanni naannichaa dhiyeessii bishaan qulqulluu itti fufiinsa qabu akka argatuu fi qabeenya albuudaa naannichaa akka misoomsu dandeessisuudhaaf aangoo kan qabu ta’uu ibsameera. Akkasumas misooma qabeenya anniisaa haaromfamuu danda’u fooyya’ee fi misoome irratti kan hojjetuu fi kunuunsa qabeenya uumamaa Naannichaaf gumaacha kan godhu ta’uu ibsameera.

Awesome Image

ERGAMA | KAAYYOO | GALMA

Oromia Water and Energy Bureau!

- Ergama• Ergamni Biiroo Bishaanii fi Inarjii ijoon dhiheessa bishaan dhugaatii qulqulluu, bulchiinsa iskiimota bishaan dhugaatiif dhangala’aa fi misooma inarjii babal’isuudha.
• Ergama kana galmaan ga’uudhaaf ijaarsa pirojeektoota bishaan dhugaatii fi inarjii saffisiisuun hawaasa keenya fayyadamaa gochuun murteessaadha.
• Keessattuu pirojektoota baroota dheeraaf ijaarsi isaanii lafarra harkifachuun umata keenya mufachiise adda baasuun xiyyeeffannaan addaa kennameefii xumursiisuun barbaachisaadha.
• Haaluma Kanaan hojiiwwan keenya of dagannaa malee hojjachuudhaan karoora qabanne akka milkeessinuuf dhimmoota sadii irratti hundaa’uun (Inisheetiivota, pirojeektotaa fi hojiiwwan gurguddoo) cheeklistiin kurmaana 3ffaa akka armaan gadiitti qoppaa’eera.


- Kaayyoo• Hojilee gurguddoo, inisheetivootaa fi pirojektoota Biiroo keenyaan bara kana hojjachuuf karoorfaman yeroo qabameef keessatti xumuruudhaaf of dagannaa malee hojjachuu.

- Galma • Hojiiwwan Bara kana keessatti hojjachuuf karoorfaman hunda harcaatii tokkoon alatti yeroo qabameef keessatti xumuruudhaan ummata naannoo keenyaa fayyadamaa taasisuu

Maamiltoonni Pirojektoota Sadarkaa adda addaatti Ijaarsa Bara 1985 irraa eegalee ijaaran ni gargaarra

Bulchiinsa iskiimota Bishaanii Hammayyeessuu

Bulchiinsa iskiimota Bishaanii Hammayyeessuu

Ijaarsa pirojektoota Bishaan Dhugaatii Gageessu.

Ijaarsa pirojektoota Bishaan Dhugaatii Gageessu.

Potenshaala Bishaan Oromiyaa Beekuu fi Bulchuu

Potenshaala Bishaan Oromiyaa Beekuu fi Bulchuu

Geessuu QULLEESSAA Bishaan gara Hawaasa keenyaatti. Deeggarsa, Gaaffii, Iyyannoo kamiifuu Maaloo karaa:

Major Bureau Structure

Biirichi damee lama kan akka damee misooma bishaanii fi Inarjii fi Bulchiinsa Dhaabbilee Bishaan Dhugaatii fi Qulqullina fi Qulqullina qaba
Seektara Daarektoreetii Jaha :-
1.Daayreektooreeti Bulchinsa Qabeenya Bishaanii2.Daayreektooreeti Qorannoo Fi Dizaayinii Hojiiwwan Bishaanii Fi Dhangala’aa
3.Daayreektooreeti Bul. Kontiraataa ,Hojiiwwaan Bishaan Dhugaatii Fi Dhanagala’aa:
4.Daayrektoreetii Misooma Qabeenya Inerjii5 . Daayreektooreetii Haaromsa Boollaa fi Bulchinsa Maashinarii
6. Daayreektooreeti Bulchinsa Iskimoota bishaan dhugaatii fi dhanagala’aa

Sagantaalee Afur
1. OneWASH 2. Uniceif3. CoWASH4. Biogas
Awesome Image