+251 1155 17756
info@oromiawaterandenergy.org
Stay Connected :
WIIRTUU
WAA’EE KEENYA
Waa’ee BBIO
Seenaa BBIO
Haala-Waliigalaa BBIO
Tajaajiloota
Hoggantoota Duraanii
Garee Bulchiinsa Biiroo
PIROJEKTOOTA
AMMEE
Odeeffannoo
Gita Hojii Banaa
Caalbaasii
Faayiloota fi Gabaasaalee
NU-ARGACHUUF
AFAANOTA
Afaan Oromoo
English
አማርኛ
WIIRTUU
WAA’EE KEENYA
Waa’ee BBIO
Seenaa BBIO
Haala-Waliigalaa BBIO
Tajaajiloota
Hoggantoota Duraanii
Garee Bulchiinsa Biiroo
PIROJEKTOOTA
AMMEE
Odeeffannoo
Gita Hojii Banaa
Caalbaasii
Faayiloota fi Gabaasaalee
NU-ARGACHUUF
AFAANOTA
Afaan Oromoo
English
አማርኛ
Maxxansaalee Haaraa
Home
Maxxansa Haaraa
Godina Arsii Lixaa Magaalaa Negeellee Arsii Ganda Makkoo Odaa fi Magaalaa Bishaan Gurraachaatti Pirojektoonni komee yeroo dheeraa turan Daawwataman.
June 13, 2022
By: biiroobishaanii
Water Supply Project
0 Comments
Waxabajjii 04/2014 Arsii lixaa
Godina Arsii Lixaa Magaalaa Negeellee Arsii Ganda Makkoo Odaa fi Magaalaa Bishaan Gurraachaatti Pirojektoonni komee yeroo dheeraa turan Daawwataman.
Godinichatti Pirojektiiwwan komee yeroo dheeraa qaban hiikuuf Hooggantuu Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Inj.Miiliyoon Baqqalaa fi I/Aantota Hooggantoota Biiroo inj.Abboomaa Tarreessaa ,Inj.Mohaamadzihaad Galatoo fi Hooggantoonni Godinachaa argamuun Pirojektii Negeellee Arsii fi Ganda Makkoo Odaa komee yeroo dheeraa ta’aa ture yeroo Gabaabaa keessatti komichi Akka hiikamuuf, bool’i Bishaanii Dabalataa Qotamee Tajaajila ga’aa ta’e Kennuu Akka qabu dubbatan.
Pirojektiin Negeellee Arsii Ganda Makkoo Odaa Ganda sayyoo majaa FI ganda Qarsaa majaa keessatti argamu Qarshii miiliyoona 100 FI Miiliyoona 50 oliin Kan hojjetamaa jiru yammuu ta’u yeroo xumuramee tajaajila Kennuu jalqabutti
Ummata kuma 100 ol Kan tajaajilu ta’uunis himame.
Kana malees Pirojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Bishaan Gurraachaa qabus adda baasuun yeroo gabaabaa keessatti Rakkoo jiru furamee tajaajila Kennuu Akka danda’amus hubatameera.
Pirojektiin Bishaan Gurraachaa Qarshii mil. 50 oliin Kan hojjetame Ganda magaalaa 3 fi baadiyaa 6 walumaagala Uummata magaalattii kuma 47 ol Kan tajaajilu ta’uu I/G Waajjira Bishaanii FI Inarjii Godina Arsii Lixaa inji.Aliyyii Angishuu himan.
Gammachuu Taayyeetu gabaase
Leave a Comment
Cancel reply
Your email address will not be published. Required fields are marked
*
Post Comment
Δ
Prev Post
Next Post