Waxabajjii 11/2014. Adaamaa Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa leenjii hubannoo cimsuu dhimma dubbartootaa Daa’immanii,Dargaggootaa fi HIV/AIDS Magaalaa Adaamaatti gaggeessaa ture xumure. Xumura Leenjichaa irratti Gara Magaalaa Galaan deemuun Geemoo Qoraan Qusatu 200 Dubartoota harka qalleeyyii 200f arjoomame. Biiroo Bakka Bu’uun haasaa Kan taasisan Daay.Qotinsa Boolla fi mashinarii Injiner Amansiisaan Tsaggaayee kaayyoon Deggersa kanaa , Aadeffannaa
