Hojiiwwan bara kana Biiroon keenya xiyyeeffannaa addaatin hojjataa ture keessaa tokko pirojektoota buuleyyii fi rakkoo bulchiinsa gaarii ta’an xumursiisuu yoo ta’u, kanneen keessaa akka fakkeenyaatti pirojektoota xiyyeeffannaa addaa bara kana sadarkaa hundatti kennameen Godina Shawaa kaabaatti Magaalaa Caancoo Qarshii Miliyoona 150 oliin hojjatamaa ture, Godina Baalee Bahaatti Pirojektii Bororee Qarshii Miliyoona 300 oliin, Godina Booranaatti…