Waxabajjii 04/2014 Arsii lixaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Negeellee Arsii Ganda Makkoo Odaa fi Magaalaa Bishaan Gurraachaatti Pirojektoonni komee yeroo dheeraa turan Daawwataman. Godinichatti Pirojektiiwwan komee yeroo dheeraa qaban hiikuuf Hooggantuu Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Inj.Miiliyoon Baqqalaa fi I/Aantota Hooggantoota Biiroo inj.Abboomaa Tarreessaa ,Inj.Mohaamadzihaad Galatoo fi Hooggantoonni Godinachaa argamuun Pirojektii Negeellee Arsii fi Ganda…