Bara baajata 2015 keessatti waliingahiinsa bishaan dhugaatii Godinichaa dabaluuf baajata madda gara garaa irraa argameen pirojektoota Sadarkaa Biiroo 1,pirojektoota Sadarkaa Godinaa 3, pirojektoota Sadarkaa Aanaa 20, pirojektoota Hirmaannaa Hawaasaa 50, Pirojektoota NGO 32 pirojektoota Sagantaalee adda addaa 10 kan xumuraman yoo ta’an walumaagalatti pirojektoota gara garaa 116, baajata waliigalaa 678,848,765.99 hojii irra oolchuun ummata 418,287.00…