Guyyaa Har’aa Jilli itti gaafatamaa Siyaasaa paartii badhaadhinaa damee Oromiyaa kabjamoo Dr. Biqilaa Hurrisaa fi Hoggantuu Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaa Eng. Miliyoon Baqqalaan durfamu, Pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee baajata Baankii Addunyaa fi Baajata mootummaa Naannoo Oromiyaa qarshii miliyoona 92 oliin ijaaramaa ture eebbifamee jira. Sagantaa eebba Pirojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa irratti…