• +251 115 000 000
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Stay Connected :
borvel
  • WIIRTUU
  • WAA’EE KEENYA
    • Waa’ee BBIO
    • Seenaa BBIO
    • Haala-Waliigalaa BBIO
    • Tajaajiloota
    • Hoggantoota Duraanii
    • Garee Bulchiinsa Biiroo
  • PIROJEKTOOTA
  • AMMEE
    • Odeeffannoo
    • Gita Hojii Banaa
    • Caalbaasii
    • Faayiloota fi Gabaasaalee
  • NU-ARGACHUUF
  • AFAANOTA
    • Afaan Oromoo
    • English
    • አማርኛ
borvel
  • WIIRTUU
  • WAA’EE KEENYA
    • Waa’ee BBIO
    • Seenaa BBIO
    • Haala-Waliigalaa BBIO
    • Tajaajiloota
    • Hoggantoota Duraanii
    • Garee Bulchiinsa Biiroo
  • PIROJEKTOOTA
  • AMMEE
    • Odeeffannoo
    • Gita Hojii Banaa
    • Caalbaasii
    • Faayiloota fi Gabaasaalee
  • NU-ARGACHUUF
  • AFAANOTA
    • Afaan Oromoo
    • English
    • አማርኛ

Authors Page

  • Home
  • Archive for biiroobishaanii
  • 02
    Oct
  • 0
  • By:biiroobishaanii

Oduu gammachiisaa

Oduu gammachiisaa ======= #BBIO-(Fulbaana 21/2018)- Hoggantuun Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa Injinar Million Bekele waldorgommii ” IHE/International Institute for Hydraulic and Environmental Engineering” bara 2025 biyyoota 200 irraa filataman keessaa Itoophiyaarraa sadrkaa 1ffaa bahuun Moo’atte! Biyya Neezarlaand/Holaanditti Gaaddisa UNESCO jalatti Kan argamu Inistituutiin “IHE’ bara baraan biyyoota addunyaa 200 irraa barattoota kana dura Mana barumsichaatti baratanii

Read more
  • 24
    Jun
  • 0
  • By:biiroobishaanii

Waajjira Bishaani fi Inarjii Godina Harargee Bahaa

Bara baajata 2015 keessatti waliingahiinsa bishaan dhugaatii Godinichaa dabaluuf baajata madda gara garaa irraa argameen pirojektoota Sadarkaa Biiroo 1,pirojektoota Sadarkaa Godinaa 3, pirojektoota Sadarkaa Aanaa 20, pirojektoota Hirmaannaa Hawaasaa 50, Pirojektoota NGO 32 pirojektoota Sagantaalee adda addaa 10 kan xumuraman yoo ta’an walumaagalatti pirojektoota gara garaa 116, baajata waliigalaa 678,848,765.99 hojii irra oolchuun ummata 418,287.00

Read more
  • 24
    Jun
  • 0
  • By:biiroobishaanii

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii #Bororee xumurame

Godina Baalee Bahaatti Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Bororee Gandoota Hedduu Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa ramadame qarshii miliyoona 300 oliin, Dhaabbata #OCC tin hojjatamaa ture xumuramuun guyyaa har’aa walharkaa fuudhinsi jalqabaa geggeeffamee jira. Akka Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaatti milkaa’ina Pirojektii kanaatif Dhaabbata OCC, gorsaa pirojektii kanaa kan ture Dhaabbata #ECO, Ogeessota Biiroo keenyaa, Caasaa Waajjira

Read more
  • 19
    Mar
  • 0
  • By:biiroobishaanii

Hojiiwwan kunuunsaa fi Qabeenya bishaanii hammayyeessuu fi rakkoo dhiyeessa bishaan dhugaatii hiikuuf hojjatamaa jira

Onkololeessa 19 bara 2015, BBIO: Hojiiwwan kunuunsaa fi Qabeenya bishaanii hammayyeessuu fi rakkoo dhiyeessa bishaan dhugaatii hiikuuf Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa yeroo kamiyyuu caalaatti qindoomina qaamolee mootummaa, qooda fudhattootaa fi dhaabbilee deeggarsa Idil-Addunyaa gara garaa wajjiin qindoominaan hojjachaa jiraachuun isaa gabaafamee jira. Haaluma kanaan hojiiwwan bulchiinsa qabeenya bishaanii hammayyeessuu, muuxannoo hojii waljijjiiruu fi itti

Read more
  • 11
    Nov
  • 0
  • By:biiroobishaanii

” Galma yaadame gahuuf Humnaa fi Dandeettii raawwachiistummaa keenyaa waantoota tumsan loojistikiiwwan kennaman Dhimma jedhameef qofaaf Yoo oolchineedha “

Sadaasa 2_2015. Adaamaa ” Galma yaadame gahuuf Humnaa fi Dandeettii raawwachiistummaa keenyaa waantoota tumsan loojistikiiwwan kennaman Dhimma jedhameef qofaaf Yoo oolchineedha “ Xumura leenjii Adaamaatti guyyaata 3 geggeefamaa ture irratti Hojiiwwan Sagantaa COWASH marsaa 4ffaa Bara 2015 Galmaan gahuuf meeshaaleen adda addaa Humna raawwachiistummaa milkeessan Godinaalee 11 fi Aanaalee 30f karaa Hooggantuu Biirichaa Injiner Miiliyoon

Read more
  • 28
    Sep
  • 2
  • By:biiroobishaanii

Ergaa baga Geessanii Hooggantuu Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaa Eng. Miliyoon Baqqalaa

Ummanni Oromoo fi Biyya Keenyaa biyya keessaa fi biyya alaa jiraattan hundi keechan baga ayyaana Daamaraa bara 2015 nagayaa fi fayyaa guutuu waliin nagayaan geechan jechuun barbaada. Ayyaanni kun barii bara haaraatti yeroo ganni dukkanaa darbee, biiftuun birraa baatee, lagni guute hir’atee, firri gamaa fi gamanaa wal argee, kormi goobee, Ameessi aanesssee, jabbiin burraaqxee, abaaboon

Read more
  • 24
    Jun
  • 1
  • By:biiroobishaanii

Leenjii hubannoo cimsuu dhimma dubbartootaa Daa’immanii,Dargaggootaa fi HIV/AIDS Magaalaa Adaamaatti

Waxabajjii 11/2014. Adaamaa Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa leenjii hubannoo cimsuu dhimma dubbartootaa Daa’immanii,Dargaggootaa fi HIV/AIDS Magaalaa Adaamaatti gaggeessaa ture xumure. Xumura Leenjichaa irratti Gara Magaalaa Galaan deemuun Geemoo Qoraan Qusatu 200 Dubartoota harka qalleeyyii 200f arjoomame. Biiroo Bakka Bu’uun haasaa Kan taasisan Daay.Qotinsa Boolla fi mashinarii Injiner Amansiisaan Tsaggaayee kaayyoon Deggersa kanaa , Aadeffannaa

Read more
  • 13
    Jun
  • 0
  • By:biiroobishaanii

Godina Arsii Lixaa Magaalaa Negeellee Arsii Ganda Makkoo Odaa fi Magaalaa Bishaan Gurraachaatti Pirojektoonni komee yeroo dheeraa turan Daawwataman.

Waxabajjii 04/2014 Arsii lixaa Godina Arsii Lixaa Magaalaa Negeellee Arsii Ganda Makkoo Odaa fi Magaalaa Bishaan Gurraachaatti Pirojektoonni komee yeroo dheeraa turan Daawwataman. Godinichatti Pirojektiiwwan komee yeroo dheeraa qaban hiikuuf Hooggantuu Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Inj.Miiliyoon Baqqalaa fi I/Aantota Hooggantoota Biiroo inj.Abboomaa Tarreessaa ,Inj.Mohaamadzihaad Galatoo fi Hooggantoonni Godinachaa argamuun Pirojektii Negeellee Arsii fi Ganda

Read more
  • 13
    Jun
  • 1
  • By:biiroobishaanii

Godina Arsii Lixaa Aanaa Kokkossaa Magaalaa Gaaxaatti ,Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Aanichaa konteraaktera pirojekticha fudhateen ifatti Akka jalqabamu taasifame.

Waxabajjii 02/2014. Arsii lixaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Kokkossaa Magaalaa Gaaxaatti ,Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Aanichaa konteraaktera pirojekticha fudhateen ifatti Akka jalqabamu taasifame. Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaatti Mahaandisa Pirojektii sagantaalee OneWash kan ta’an Obbo kabbadaa Xaafaa Godinichatti argamuun Pirojektiin Magaalaa Gaaxaa yeroo Gabaabaa waggaa 1 hin caalle keessatti xumuramee hawaasaaf tajaajila Akka Kennu dubbatan. Pirojektichi

Read more

Ramaddiilee

Popular Post

Oduu gammachiisaa
October 2, 2025
Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaaleef kenname
July 9, 2023
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame
July 4, 2023
Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektootni Bishaan Dhugaatii gara garaa Eebbifaman
June 30, 2023

Iyyaatoowwan

BBIO (1)Projects (5)Water Supply Project (2)

Archives

  • Filamingo, Africa Ave,
    Addis Ababa, Ethiopia
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Call us :
    +251 1155 17756
Awesome Image
Biiroon Bishaan fi Inarjii Oromiyaa Qaamolee Hoji-Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Biyyoolessaa Oromiyaa ta’ee, ummata naannichaaf dhiyeessii bishaan qulqulluu itti fufiinsa qabu akka argatuu fi qabeenya albuudaa naannichaa akka misoomsu dandeessisuudhaaf aangoo kan qabu ta’uu ibsameera.

Geessiiwwan Barbaachisoo

  • Waa’ee Keenya
  • Piroojektoota
  • Tajaajiloota
  • Faayiloota
  • Nuqunnamaa

Tajaajilootra

  • Teeknooloojii Inarjii Haaroonfamaa Babal’isuu
  • Potenshaala Bishaan Oromiyaa Beekuu fi Bulchuu
  • Ijaarsa pirojektoota Bishaan Dhugaatii Gageessu.
  • Bulchiinsa iskiimota Bishaanii Hammayyeessuu

Barruu Odeeffannoo

Get our offers & News in your inbox
Copyright © 2023, Oromia Water and Energy Bureau. All rights reserved.
Designed by: OICT Solutions