Oduu gammachiisaa=======#BBIO-(Fulbaana 21/2018)- Hoggantuun Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa Injinar Million Bekele waldorgommii ” IHE/International Institute for Hydraulic and Environmental Engineering” bara 2025 biyyoota 200 irraa filataman keessaa Itoophiyaarraa sadrkaa 1ffaa bahuun Moo’atte!Biyya Neezarlaand/Holaanditti Gaaddisa UNESCO jalatti Kan argamu Inistituutiin “IHE’ bara baraan biyyoota addunyaa 200 irraa barattoota kana dura Mana barumsichaatti baratanii deeman bu’aa qabatamaa ogummaan ummata tajaajilaniin wal dorgomsiisee badhaasa.Haaluma kanaan Injinar Miliyoon Badhaasa IHE Delft Alumni bara 2025 injifachuu toora Marsariitii un-ihe.org irratti ifoomseera.Million Bekele Demissie from Ethiopia wins 2025 IHE Delft Alumni Award | IHE Delft Institute for Water Education https://www.un-ihe.org/…/million-bekele-demissie…Odeeffannoolee adda addaatiif Marsaalee Hawaasaa keenya sirriitiin nu hordofaa 👇🏽Telegram ➲ https://t.me/oromiawaterandenergyFacebook ➲ https://www.facebook.com/oromiawaterandenergyTwitter ➲ https://twitter.com/oromiawater_YouTube ➲ https://www.youtube.com/@oromiawaterandenergyInstagram ➲ https://www.instagram.com/oromiawaterandenergyLinkedIn ➲ https://www.linkedin.com/company/oromiawaterandenergyWebsite ➲ https://oromiawaterandenergy.org