Godina Qeellam Wallaggaatti jilli sadarkaa I/A Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qindeessaa Kilaastara Haqaa fi Nageenyaa Koomishinar Janaraal Kafiyaalew Tafarraa tin durfamu, pirojektoota bishaan dhugaatii Magaalaa Haroo Sabbuu Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qarshii Miliyoona 300 olii fi Pirojektii Bishaan Dhugaatii Nuunnuu Qarshii Miliyoona 60 oliin hojjatamaa turan eebbisiisee jira.
Carraa kanaan Biiroon keenya qaamota milkaa’ina pirojektoota kanneenitif gumaacha guddaa taasisan hunda galateeffachaa, ummata Magaalaa Haroo Sabbuu fi Nuunnuutin baga gammaddan, baga walumaan gammanne jechuunii barbaada.
Your email address will not be published. Required fields are marked *
Δ