Oduu gammachiisaa ======= #BBIO-(Fulbaana 21/2018)- Hoggantuun Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa Injinar Million Bekele waldorgommii ” IHE/International Institute for Hydraulic and Environmental Engineering” bara 2025 biyyoota 200 irraa filataman keessaa Itoophiyaarraa sadrkaa 1ffaa bahuun Moo’atte! Biyya Neezarlaand/Holaanditti Gaaddisa UNESCO jalatti Kan argamu Inistituutiin “IHE’ bara baraan biyyoota addunyaa 200 irraa barattoota kana dura Mana barumsichaatti baratanii
