• +251 115 000 000
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Stay Connected :
borvel
  • WIIRTUU
  • WAA’EE KEENYA
    • Waa’ee BBIO
    • Seenaa BBIO
    • Haala-Waliigalaa BBIO
    • Tajaajiloota
    • Hoggantoota Duraanii
    • Garee Bulchiinsa Biiroo
  • PIROJEKTOOTA
  • AMMEE
    • Odeeffannoo
    • Gita Hojii Banaa
    • Caalbaasii
    • Faayiloota fi Gabaasaalee
  • NU-ARGACHUUF
  • AFAANOTA
    • Afaan Oromoo
    • English
    • አማርኛ
borvel
  • WIIRTUU
  • WAA’EE KEENYA
    • Waa’ee BBIO
    • Seenaa BBIO
    • Haala-Waliigalaa BBIO
    • Tajaajiloota
    • Hoggantoota Duraanii
    • Garee Bulchiinsa Biiroo
  • PIROJEKTOOTA
  • AMMEE
    • Odeeffannoo
    • Gita Hojii Banaa
    • Caalbaasii
    • Faayiloota fi Gabaasaalee
  • NU-ARGACHUUF
  • AFAANOTA
    • Afaan Oromoo
    • English
    • አማርኛ

Authors Page

  • Home
  • Archive for BBIO OWEB
  • 24
    Jun
  • 1
  • By:BBIO OWEB

Pirojektootni Bishaan Dhugaatii rakkoo Bulchiinsa gaarii turan heddu Xumuramanii jiru.

Hojiiwwan bara kana Biiroon keenya xiyyeeffannaa addaatin hojjataa ture keessaa tokko pirojektoota buuleyyii fi rakkoo bulchiinsa gaarii ta’an xumursiisuu yoo ta’u, kanneen keessaa akka fakkeenyaatti pirojektoota xiyyeeffannaa addaa bara kana sadarkaa hundatti kennameen Godina Shawaa kaabaatti Magaalaa Caancoo Qarshii Miliyoona 150 oliin hojjatamaa ture, Godina Baalee Bahaatti Pirojektii Bororee Qarshii Miliyoona 300 oliin, Godina Booranaatti

Read more
  • 24
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii #Magaalaa #Fincaa’aa Milkiin xumurame

Godina Horro Guduruu Wallaggaatti Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Fincaa’aa Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa ramadame qarshii miliyoona 365 oliin, Dhaabbata #Getacho Asaffaa jedhamuun hojjatamaa ture xumuramuun guyyaa har’aa walharkaa fuudhinsi jalqabaa geggeeffamee jira. Pirojektichi bara 2009 kan eegale yoo ta’u, armaan dura hojiiwwan gara garaa hojjatamaa kan ture yoo ta’u, bara kana keessa haala rakkisaa

Read more
  • 20
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Leenjii Ogeessota koominikeeahinii sagantaa COWASH

Waxabajjii 10_2015 Adaamaa. Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa leenjii Ogeessota koominikeeahinii sagantaa COWASH itti argaman Godinaalee fi Aanaalee,guyyoota lamaaf Adaamaatti kennaa ture xumureera. Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaas Naannicha keessatti dhiyeessii bishaan dhugaatii dabaluun gaaffii gama kanaan hawaasni kaasu deebisuuf xiyyeeffannaa guddaan hojjechaa tureera,ammallee bal’inaan hojjechuurratti argama. Pirojektoonni karaa Biiroo keenyaa sagantaalee COWASH kanaan hojjetamanii fi

Read more
  • 16
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektoonni Bishaan dhugaatii qulqulluu gara garaa kuma 8 ol xumurame

Ji’ootta 11n bara 2015 kanatti pirojektoonni Bishaan dhugaatii qulqulluu gara garaa kuma 8 ol xumurame tajaajila eegaluu isa Biiroon Bishaaniifi Ineerjii Oromiyaa beeksise. Itti aanaa Hoggana Biiroo Bishaaniifi Ineerjii Oromiyaa Injiner Mahammaad Nuuraa ibsa addaatti Biiroo keenyaaf kennaniin bara kana naannoo Oromiyaatti dhiheessii bishaan dhugaatii qulqulluu dabaluuf hojjeetamaa turuu ibsan. Akkatuma kanaan ergama biiroo isaanii

Read more
  • «
  • 1
  • 2

Ramaddiilee

Popular Post

Oduu gammachiisaa
October 2, 2025
Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaaleef kenname
July 9, 2023
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame
July 4, 2023
Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektootni Bishaan Dhugaatii gara garaa Eebbifaman
June 30, 2023

Iyyaatoowwan

BBIO (1)Projects (5)Water Supply Project (2)

Archives

  • Filamingo, Africa Ave,
    Addis Ababa, Ethiopia
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Call us :
    +251 1155 17756
Awesome Image
Biiroon Bishaan fi Inarjii Oromiyaa Qaamolee Hoji-Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Biyyoolessaa Oromiyaa ta’ee, ummata naannichaaf dhiyeessii bishaan qulqulluu itti fufiinsa qabu akka argatuu fi qabeenya albuudaa naannichaa akka misoomsu dandeessisuudhaaf aangoo kan qabu ta’uu ibsameera.

Geessiiwwan Barbaachisoo

  • Waa’ee Keenya
  • Piroojektoota
  • Tajaajiloota
  • Faayiloota
  • Nuqunnamaa

Tajaajilootra

  • Teeknooloojii Inarjii Haaroonfamaa Babal’isuu
  • Potenshaala Bishaan Oromiyaa Beekuu fi Bulchuu
  • Ijaarsa pirojektoota Bishaan Dhugaatii Gageessu.
  • Bulchiinsa iskiimota Bishaanii Hammayyeessuu

Barruu Odeeffannoo

Get our offers & News in your inbox
Copyright © 2023, Oromia Water and Energy Bureau. All rights reserved.
Designed by: OICT Solutions