+251 115 000 000
info@oromiawaterandenergy.org
Stay Connected :
WIIRTUU
WAA’EE KEENYA
Waa’ee BBIO
Seenaa BBIO
Haala-Waliigalaa BBIO
Tajaajiloota
Hoggantoota Duraanii
Garee Bulchiinsa Biiroo
PIROJEKTOOTA
AMMEE
Odeeffannoo
Gita Hojii Banaa
Caalbaasii
Faayiloota fi Gabaasaalee
NU-ARGACHUUF
AFAANOTA
Afaan Oromoo
English
አማርኛ
WIIRTUU
WAA’EE KEENYA
Waa’ee BBIO
Seenaa BBIO
Haala-Waliigalaa BBIO
Tajaajiloota
Hoggantoota Duraanii
Garee Bulchiinsa Biiroo
PIROJEKTOOTA
AMMEE
Odeeffannoo
Gita Hojii Banaa
Caalbaasii
Faayiloota fi Gabaasaalee
NU-ARGACHUUF
AFAANOTA
Afaan Oromoo
English
አማርኛ
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii #Magaalaa #Fincaa'aa Milkiin xumurame - Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa
Home
Maxxansa Haaraa
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii #Magaalaa #Fincaa’aa Milkiin xumurame
June 24, 2023
By: BBIO OWEB
0 Comments
Godina Horro Guduruu Wallaggaatti Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Fincaa’aa Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa ramadame qarshii miliyoona 365 oliin, Dhaabbata #Getacho Asaffaa jedhamuun hojjatamaa ture xumuramuun guyyaa har’aa walharkaa fuudhinsi jalqabaa geggeeffamee jira. Pirojektichi bara 2009 kan eegale yoo ta’u, armaan dura hojiiwwan gara garaa hojjatamaa kan ture yoo ta’u, bara kana keessa haala rakkisaa fi walxaxaa keessatti xiyyeeffannaa ol’aanaa qaamota hundaan kennameen tajaajila ummataatif gahuu danda’ee jira.
Milkaa’ina Pirojektii kanaatif Dhaabbata #Getacho Asaffaa fi gorsaa pirojektii kanaa Dhaabbata #Tagagn Alamayyoo, Ogeessota Biiroo keenyaa, Caasaa Waajjira Bishaani fi Inarjii Godina Horroo Guduruu Wallaggaa fi Aanaa Abbaay Coomman, Dhaabbata Tajaajila bishaan dhugaatii Magaalichaa akkasumas Caasaa mootummaa Naannoo irraa hanga Gandaa sadarkaan jiruu fi hunda caalaa hawaasa bal’aa halkanii fi guyyaa pirojektii kana eeguu fi hirmaannaa barbaachisu hunda taasisuun gahee isaanii gumaachaa turan hundaan Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaa baga gammaddan, baay’ee galatoomaa jechuunii barbaada.
Leave a Comment
Cancel reply
Your email address will not be published. Required fields are marked
*
Post Comment
Δ
Prev Post
Next Post