Guyyaa har’aa Godina Arsii Aanaa D/Xiijoo fi Aanaa L/Bilbilootti kan argaman Pirojektootni Bishaan Dhugaatii Magaalaa Saguree fi Boqojji II bakka kabajamoo Obbo Fiqaaduu Tasammaa Hoogganaan waajjira Paartii Badhaadhina Naannoo Oromiyaa fi Hooggantoonni Biirolee gara garaa,Godina Arsii,Magaalaa Asallaa fi Aanaalee gara garaa akkasumas hawaasni bal’aan arfamanitti haala hoo’aan eebbifamee jira. Sagantaa eebba Pirojektoota kanneen irratti argamuun
