• +251 115 000 000
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Stay Connected :
borvel
  • WIIRTUU
  • WAA’EE KEENYA
    • Waa’ee BBIO
    • Seenaa BBIO
    • Haala-Waliigalaa BBIO
    • Tajaajiloota
    • Hoggantoota Duraanii
    • Garee Bulchiinsa Biiroo
  • PIROJEKTOOTA
  • AMMEE
    • Odeeffannoo
    • Gita Hojii Banaa
    • Caalbaasii
    • Faayiloota fi Gabaasaalee
  • NU-ARGACHUUF
  • AFAANOTA
    • Afaan Oromoo
    • English
    • አማርኛ
borvel
  • WIIRTUU
  • WAA’EE KEENYA
    • Waa’ee BBIO
    • Seenaa BBIO
    • Haala-Waliigalaa BBIO
    • Tajaajiloota
    • Hoggantoota Duraanii
    • Garee Bulchiinsa Biiroo
  • PIROJEKTOOTA
  • AMMEE
    • Odeeffannoo
    • Gita Hojii Banaa
    • Caalbaasii
    • Faayiloota fi Gabaasaalee
  • NU-ARGACHUUF
  • AFAANOTA
    • Afaan Oromoo
    • English
    • አማርኛ

Authors Page

  • Home
  • Archive for BBIO OWEB
  • 09
    Jul
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaaleef kenname

Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaalee gara garaatif Hooggantuun Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Eng. Miliyoon Baqqalaa kennan akka armaan gadiitti dhiyaatee jira. “Bishaan jiruu fi jireenya lubbu qabeeyyii hundaaf, adda durummaan wantoota barbaachisan keessaa isa tokko yoo ta’u, bara durii irraa eegalee qaroominni gurguddoon Addunyaa hedduun kallattiinis ta’ee al kallattiin yaa’a bishaanii

Read more
  • 04
    Jul
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame

Guyyaa Har’aa Jilli itti gaafatamaa Siyaasaa paartii badhaadhinaa damee Oromiyaa kabjamoo Dr. Biqilaa Hurrisaa fi Hoggantuu Biiroo Bishaani fi Inarjii Oromiyaa Eng. Miliyoon Baqqalaan durfamu, Pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee baajata Baankii Addunyaa fi Baajata mootummaa Naannoo Oromiyaa qarshii miliyoona 92 oliin ijaaramaa ture eebbifamee jira. Sagantaa eebba Pirojektii Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa irratti

Read more
  • 30
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektootni Bishaan Dhugaatii gara garaa Eebbifaman

Godina Qeellam Wallaggaatti jilli sadarkaa I/A Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qindeessaa Kilaastara Haqaa fi Nageenyaa Koomishinar Janaraal Kafiyaalew Tafarraa tin durfamu, pirojektoota bishaan dhugaatii Magaalaa Haroo Sabbuu Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qarshii Miliyoona 300 olii fi Pirojektii Bishaan Dhugaatii Nuunnuu Qarshii Miliyoona 60 oliin hojjatamaa turan eebbisiisee jira. Pirojektootni guyyaa har’aa eebbifaman haala hojiif

Read more
  • 30
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Asaasaa Eebbifame

Godina Arsii Lixaatti jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaa fi KHR Paartii Badhaadhinaa kan ta’an Kabajamoo Obbo Fiqaaduu Tasammaatin durfamu, Pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Asaasaa Baajata Baankii Addunyaa Marsaa tokkoffaa fi Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa ramadame Qarshii Miliyoona 110 oliin hojjatamaa ture guyyaa har’aa eebbisiisee jira. Pirojektiin Bishaan dhugaatii Magaalaa Asaasaa Pirojektoota

Read more
  • 30
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Awaash Malkaa fi Magaalaa Arbooyyee Eebbifame

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Awaash Malkaa fi Magaalaa Arbooyyee Baajata Baasket fandii fi Motummaa Naannoo Oromiyaatiin Ijjaarame Eebbifame! Godina Shawaa Kibba Lixaatti jilli Hoogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisootiin durfamu, Pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Awaash Malkaa Baajata Qarshii Miliyoona 82 oliin hojjatamaa ture guyyaa har’aa eebbisiisee jira. Haaluma walfakkaatuun Godina Arsiitti Jilli Hoogganaa Koomishinii

Read more
  • 29
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Waajjira Bishaani fi Inarjii Godina Horroo Guduruu Wallaggaa

Waliingahiinsa bishaan dhugaatii qulqulluu dabaluuf bara baajata 2015tti haala hojiif baay’ee hin mijanne keesatti hoji hojjatameen pirojektoota Bishaan dhugaatii sadarkaa naannoo 3, Piroojektoota sadarkaa Godinaa 2, Piroojektoota baajata Sagantaalee, NGO,Aanaa fi Hirmaannaa Hawaasaa gara garaa 63 , walumaagalatti pirojektootni gara garaa 68 xumuramanii jiru. Piroojektoota kanneen xumuruuf baajata maddeen gara garaa irraa argame Qarshii miliyoona

Read more
  • 27
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Projaktii Bishaan dhugaatii Magaalaa Cinaaksan eebbifame

Jilli kabajamtuu Afayaa’ii mana maree Caffee Oromiyaa Kabajamoo Addee Sa’aadaa Abduraamaanin durfamu Projaktoota adda adda Harargee bahaatti eebbisaniiru. Projaktoota eebbifaman keessaa tokko Project Bishaan dhugaatii magaalaa cinaaksan fi uummata naannoo ishii ti. Projaktiin kun baajata Mootummaa Birrii Miliyoona 237 oliin kan ijaarramee yoo ta’u, uummata 30,000 oliif tajaajila bishaan dhugaatii qulqulluu kan kennu ta’a. Ijaarsii

Read more
  • 27
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Saqqaa Eebbifame

Guyyaa har’aa Godina Jimmaa, Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Pirojektiin Bishaan dhugaatii Magaalaa Saqqaa baajata Sagantaa Basket Fund fi Baajata Muching fund Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa ramadame qarshii Miliyoona 93 oliin hojjatamaa ture, bakka Kabajamoo Obbo Masfin Malaakuu sad.I/A prezdaantiitti Qindeessaan kilaastara Magaloota oromiyaa argamanitti sirna hoo’aan raawwatee jira. Haaluma kanaan Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa ummata

Read more
  • 26
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektootni Bishaan Dhugaatii Sagantaalee gara garaatin hojjatamaa turan heddu xumuramanii jiru

Biiroon keenya Bara baajata 2015 keessatti hojiiwwan dhiyeessa bishaan dhugaatii dabaluu fi pirojektoota rakkoo bulchiinsa gaarii ta’an xumursiisuuf hojii heddu hojjataa turee jira. Milkaa’ina gama ijaarsa pirojaktoota bishaan dhugaatiitin galmaa’an keessaa, pirojektoota maddi baajata isaanii Baankii Addunyaa Basket Fund ta’an ( Baankii Invastmantii Awuroopaa, Eejansii Misoomaa Faransaay, Misooma Qindaawaa Xaaliyaanii ) fi Baajata Muching fund

Read more
  • 25
    Jun
  • 0
  • By:BBIO OWEB

Pirojektootni Bishaan Dhugaatii Magaalaa Saguree fi Boqojjii II Eebbifaman

Guyyaa har’aa Godina Arsii Aanaa D/Xiijoo fi Aanaa L/Bilbilootti kan argaman Pirojektootni Bishaan Dhugaatii Magaalaa Saguree fi Boqojji II bakka kabajamoo Obbo Fiqaaduu Tasammaa Hoogganaan waajjira Paartii Badhaadhina Naannoo Oromiyaa fi Hooggantoonni Biirolee gara garaa,Godina Arsii,Magaalaa Asallaa fi Aanaalee gara garaa akkasumas hawaasni bal’aan arfamanitti haala hoo’aan eebbifamee jira. Sagantaa eebba Pirojektoota kanneen irratti argamuun

Read more
  • 1
  • 2
  • »

Ramaddiilee

Popular Post

Oduu gammachiisaa
October 2, 2025
Raawwii Hojii bara 2015 ilaalchisee, Ibsa Guutuu Miidiyaaleef kenname
July 9, 2023
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Eebbifame
July 4, 2023
Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektootni Bishaan Dhugaatii gara garaa Eebbifaman
June 30, 2023

Iyyaatoowwan

BBIO (1)Projects (5)Water Supply Project (2)

Archives

  • Filamingo, Africa Ave,
    Addis Ababa, Ethiopia
  • info@oromiawaterandenergy.org
  • Call us :
    +251 1155 17756
Awesome Image
Biiroon Bishaan fi Inarjii Oromiyaa Qaamolee Hoji-Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Biyyoolessaa Oromiyaa ta’ee, ummata naannichaaf dhiyeessii bishaan qulqulluu itti fufiinsa qabu akka argatuu fi qabeenya albuudaa naannichaa akka misoomsu dandeessisuudhaaf aangoo kan qabu ta’uu ibsameera.

Geessiiwwan Barbaachisoo

  • Waa’ee Keenya
  • Piroojektoota
  • Tajaajiloota
  • Faayiloota
  • Nuqunnamaa

Tajaajilootra

  • Teeknooloojii Inarjii Haaroonfamaa Babal’isuu
  • Potenshaala Bishaan Oromiyaa Beekuu fi Bulchuu
  • Ijaarsa pirojektoota Bishaan Dhugaatii Gageessu.
  • Bulchiinsa iskiimota Bishaanii Hammayyeessuu

Barruu Odeeffannoo

Get our offers & News in your inbox
Copyright © 2023, Oromia Water and Energy Bureau. All rights reserved.
Designed by: OICT Solutions